ILMAORMAA
Hangafa pōdkāstī Afān Oromo!Ashamaa!! Waltajjii dhuunfaafi Bilisatti Baga Nagaan Dhuftan!As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development", Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne…
- Indexed episodes, last 90 days
- 15
- Latest publication
- Aug 31, 2026
- Audience
- Checking…
- Earliest in this view
- Jul 6, 2026
Latest episodes
Ep. 301 Seenaa Keniyaat Ajeefamuu, Hidhamuufi Darbamu Hogganoota Oromo - J. Adam Kabira | Kutaa 2ffaa| 19 Jun 2026 (opens the original)
Read excerpt
Kurfii lamaffaa kana gubbaatti Jaal Adam Kabiiraan gama biyya Saa'udiyaatti erga taakke kaasee, achirraa Somaleetti, Somaleerraa gama Keniyaa keessatti haala keessa qaxxaamure yaadata. Biyyoota kana keessatti waan isa mudate, qabsaawoota waliin ture, haala qabsaawootni keessa turan, jireenya hawaasa Oromofi seenaa guguddoo takka-takkaan nuun qooddata.Dhihaadhaa!!
Ep. 300 Oromoon "Eessaa Kaanee, As Geenye? " Seenaa J. Adam Kabira Wajjin | Kutaa 1 | 13 Jun 2026 (opens the original)
Read excerpt
Kurfii duraa kana gubbaatti, Jaal Adam Kabiiraan gaaffii "Oromoon Eessaa Ka'anii As-gahan?" gaaffii jattuu deebisuuf, jiruu-jireenya ummmata Oromo ganda itti dhalateerraa eegalee, sochii qonnaan bultoota bara mootumaa DARGUfii achiin duubas taateewwan qabsoofi qabsaawoota biyya Somalee keessatti mudatan nuun qooddata.Dhihaadhaa!
Ep. 299 Sirni Sab-daneessaa Waggaa Shanan As-Deemu Keessatti Qormaata Jabaaf Saaxilamuu Hinoolu | (opens the original)
Read excerpt
Qophii kana gubbaatti,Filmaata PPn qopheessiteef jaarmayaalee fi namoota dhuunfaan naannoo Oromiyaa, Dire Dawaafi Shaggar keessatti dorgomoof deeman irraa odeeffanna. PPn waggaa shanan as-deeman keessatti kaayyoo isii bakkaan gahuuf waan isiin dalaguuf jiraatturraa gabaabsaan eerra.Dhihaadhaa!!
Ep. 298 Dooqaafi Looti Abbootiin Qoroo Afriikaa Mararfattu Guureefii Dhaqee Naayiroobitti Wolargan | 15 May 2026 (opens the original)
Read excerpt
Qophii kana gubbaatti; Jilli mootummaa Itoophiyaa Ziyaaraaf Ameerikaa dhaqan, Mormitootni Mootummaa Itoophiyaa hagoon "Port Sudan"itti walargan, UN waajjira Naayiroobi qabdu babbalisaa jirti, Faransaa Matootii Afrikaanoota Naayiroobitti walitti rarte, Gurmuuleen mirga dhala namaaf falman kan biyya Ingiliiziifi Ameerikaa, warra Abu Dhabiirraati qiyyaafannoo isaanii jabeessan gabaasaalee jadhaniifi qabxiilee kanaa waliin hidhata qaban kabiraarraa yaada dhuunfaa waliin qooddanna. Dhihaadhaa!!
Ep. 297 Mirgoota Goonfachuun, Mirgootni Goonfataman Bubbulee Shasharafamuufi Sarbamuunis Numa Jira | 9 May 2026 (opens the original)
Read excerpt
Qophii gabaabdu kana keessatti waahee mirgaafi mirga goonfatan dhabuu seettii waliin qooddanna.Dhihaadhaa
Publishing over time
Last 90 days. Choose a month to open its work.
Recurring subjects
Named in the text we hold. One piece can cover several.
Audience
No verified audience measurement yet.
About this data
Counts cover the work we have indexed. Tone needs enough text and a confident classification. Excerpts and episode notes are not full articles or transcripts.
Identity or attribution wrong? Suggest a correction.